Easy way to get 15 free YouTube views, likes and subscribers
Get Free YouTube Subscribers, Views and Likes

Mootummaan Naannoo Oromiyaa Barattoota Hidhattootaan Iggitaman ]160 Gad-lakkisiise Jedha

Follow
VOA Afaan Oromoo

0:00 Gabaasaalee ijoo harraaf qabnu
1:30 Aanaa naannoo Arbaamincitti jeequmsa irra deebiin ka'e sababeeffachuun namoonni 40 Ol to'annaa jala oolfaman
4:08 Godinaa Gondor Lixaa Keessatti Butinsi fi Ajjeechaan Hammate, Jedhu Jiraattonni
5:28 Prezidaantiin Keeniyaa, Wiiliyaam Ruutoo Kaabinee Ministarootaa Isaanii Diiguu Beeksisan
7:08 Prezidaant Baayiden Irradeebiin Filatamuuf Dorgommicha Keessa Akka Turan Ifatti Beeksisaniyyuu Kanneen Paartii Isaanii Keessaa Yaadicha Morman Hagi Tokko Ifatti Dubbataa Jiru
14:55 Mootummaan Naannoo Oromiyaa Barattoota Hidhattootaan Iggitaman 167 Keessaa 160 Gadlakkisiise, Jedha
22:15 Ho’i Hamaa Bara Kanaa Yoo Irraa Of Hin Eegganne Lubbuu Namaafillee Yaaddessaa Tahuu Ogeessi Fayyaa Dubbatan

Qophiin Sagalee Ameerikaa Sagantaa Afaan Oromoo; oduu fi qophiiwwan dhimmoota wayitaawaa, akkasumas aadaa, fayyaa, dargaggoota, siyaasa, qonna, misooma fi ispoortii laallatan irratti Wixataa amma Jimaataatti dhihaata. Nu hordofaa.

posted by pescato25